Kaayyoo Sagantichaa
- Dhaloota amma si’ana jiran seenaa dhufaatii Macaafa Qulqulluu barsiisuu
- Amantoota hojii maxxansa Macaafa Qulqulluu irratti dadammaqsuu
- Maxxansaa Macaafa Qulqulluuf galii argamsiisuu
Saganticha Irratti
Dhiheessiin garaagaraa dhihaateera
Faarfannaan faarfattoota garaa garaan dhiyaateera
Barsiisa sagalee Waaqayyoofi qophiilee barsiisoon hedduun geggeeffamaniiru.