
2023 Onesimos Nesib commemoration day held on June 21, 2023 at Ethiopian Skylight International Hotel
Kaayyoo Sagantichaa Dhaloota amma si’ana jiran seenaa dhufaatii Macaafa Qulqulluu barsiisuu Amantoota hojii maxxansa Macaafa Qulqulluu irratti dadammaqsuu Maxxansaa Macaafa Qulqulluuf galii argamsiisuu Saganticha IrrattiDhiheessiin garaagaraa dhihaateeraFaarfannaan faarfattoota garaa garaan dhiyaateeraBarsiisa sagalee Waaqayyoofi qophiilee barsiisoon hedduun geggeeffamaniiru.